Gosa keenyan wal habarruu...
Harmeen tiyya gosti ishee Worra Rugaa jedhama.
Ka,umsi isaanii walloo naannoo dasee booruu meedaayln golboo muhammad alii jedhamu nannoo rugaa jedhamtee yaamamtu irraayi gosti isaanis Warra rugaa jedhamanii yaamami.
Harmeen tiyya:-
Hawa,mahammad,Habib, Abdu, Mahammad,Godaana, Dallayyoo, Diida, Waarihoo,Walaabu ..jedhamuun yaamamti...isinis nuun qoodaa..
እናቴ ምርጧ የወሎ ወረ ሩጋ ባለ ባት ናት።
እናቴ በ ደሴ ዙርያ በምገኙ ከ ወረ ሩጋ ቤተሰብ ናት። ሩጋዎች ኩሩና በ ምኖሩበት አከባቢ ወተትና ቅቤ የማያጠፈቸው ሀብታሞች ናቸው። ባህለቸውን የምወዱ ጎሳ ናቸው።
*********---**--* የ እናቴ የዘር ሀረግ=
ሃዋ ቢንት መሀመድ ፣ ሀቢብ፣ አብዱ፣ መሀመድ፣ ወሌ፣ ጎዳና፣ ደላዬ፣ ዲደ፣ ዋሪሆ፣ገልገሎ፣ ወላቡ…
/ Miky sultan/
Seenaa ilma nuuh "Ham " Abbaa afrikaa qaroomina kush & kana'an የኖህ ልጅ ታሪክ ሃም የአፍሪካ አባት የኩሽ እና ከነዓናዊ ስልጣኔ! For those who want to learn more about the history, culture, way of life, and civilization of the Cushites, visit our website.https://mikysultan.blogspot.com
Translate
Monday, March 15, 2021
#Gosti _Koo
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
mootittii saba'a Queen of sheba
"Mootittii Saba'a""Queen sheba" ----------------------------------------------------------------- ★Miky Sultan Bar...

-
#Hiika Maqaa #Gosaa ★******************-****************★ #Baareentuu=Jiraattoota warra bahaa kara aduun bariituun jiraatan jechuudha. #Wal...
-
OromoGraphya1: Seenaa goototaa: Abishee Garbaa Abishee Garbaa abbaa duulaa (mootii jechuunis ni danda'ama) ummata Oromoo naannoo Horroo ...
-
®የ ወሎ የዘር ሀረግ☜ አዘጋጅ ፤miky sultan/wollo oromo.********** የካም ልጆች ኩሽ ፣ፋጥነ ከነዓን ናቸዉ፣ ከነዚህ መሃል የወሎ የዘር ሀረግ ከኩሽ ይመዘዛል ኦሮሞ የ ኩሽ ዘር ነው...
No comments:
Post a Comment