Translate

Sunday, March 7, 2021

# Ali Birkii# Lola Kaarramaarraa

Goota Dirree karaamaara Alii Barkii 
***************************************
Dirreen karaamaara kan ragaa baatuuf Ziyaad Baarreen afaan kan qabsiisee gooti qixxee kumaa Alii Barkii bombii harkaan Taankii daaraa godhe , goota du'a hin sodaanne maqaa biyyaa kolfaarraa ambise Alii Barkii bu'aa ba'ii heedduu biyya jaalatuuf dabarsee,Goota Dacheen Wallaggaa biqilchiteedha ,yeroo ammaa kana  Magaala Laga xaafoo laga dadhii jiracha jira . 

Gootummaa isaatin badhaasa Nishaanaa Gootummaa fi Meedaaliyaa Korenel Mangistuu H/Maariyaam irraa fudhate jira 

የካራማራው ጀብዱ '' አሊ በርኬ''
*******************************
የካራማራዉ ምድር ምስክርነቷዋን የሰጠችው፣ የዘይድበሬን መንግሥት የእፍረት ከባ የለበሰ፣ በእጅ ቦንብ ታንክን የማረከ፣ ሞትን የማይፈራ፣ የአገርን ክብር ያስጠበቀ፣ ለሀገሩ ክብር ብዙ ውጣ ውረድን ያሳለፈ በኦሮሚያ ምድር በወለጋ የተወለደ ጀግና በከራማራው ጦርነት ለሀገሩ ታሪክ የሰራ ለሀገራችን የቁርጥ ልጅ ነው ።
ለጀግናው አሊ በርኬ ከኮሎኔል መንግስቱ ኃ/ማርያም የጀግንነት ኒሻንንና ሚዳሊያ ተበርክቶላቸዋል።

No comments:

Post a Comment

mootittii saba'a Queen of sheba

"Mootittii Saba'a""Queen sheba" ----------------------------------------------------------------- ★Miky Sultan Bar...