Translate

Thursday, February 25, 2021

# Gondar fi Oromo

Gondar fi Oromoo
by( miky sultan)
Gondar sanyii ummata oromoo kan warra booji,aa jedhamaniiti.Mootonni duraani kanAbsiniyaan  booji,a kan ture san gondar ye  Beeja ምድር  jette kan oromoo akkan jedhamne maqaa jijjirte.itti aansunis beejuma san jijjirte Bagemder itti moggaafte san booda begemder kanas jijjirte gara Goondaritti moggaafte.garuu moggastootti oromoo waan ta,anif kan goondar jedhu kun afaanuma oromooti hiikan isaas kan dhufe "gundoo" "yookan safeeda isa isaan jedhan sanirraahi .
Ummata oromoo kan sanyii kuush kan warri nafxanyoota jalatti cunqurfamaa jiran sanyii warra qimaanti yookan "kam Ati "warra jedhamani.Absiniyaan warroota akka "kam ati"jedhaman san  maqaa jijjiirte qimaant jetteeni akka isaan oromoo hin taane fakkeessuf yaali guddaa goote.Gondar oromoo tahuudha ragoolen gurguddoon lafoonni goondar mirkaneessu.fkn,laga ambo,gubbaa laafto,daafic,ganda,Aga rabbii,sangaa,Bookkaa...jedhamanii waammamanitu jiru.
Osoo mootumman Atse tewodros jaarra 19ffa keessatti ka,ee moottuwwan oromoo jigsuuf hin yaalin dura manni maree waajjiroonni goondar afaan oromootin fayyadamaa turani.ragoole kana qabachuun goondar kan oromoo akka turte beektoonni nii himu.mootowwan bulchaa turanis kan akka mooti guugsa walee mooti walloo goondar bulchaa ture goondar walloo jala bulaa turte ras guugsan mooti oromoo duriiti.

Suuraan Odaa Jaantakal Gondar.
@Oromo_graphya1
@Odaatiktok
http://t.me/Oromo_graphya1

No comments:

Post a Comment

mootittii saba'a Queen of sheba

"Mootittii Saba'a""Queen sheba" ----------------------------------------------------------------- ★Miky Sultan Bar...