Translate

Wednesday, February 24, 2021

# Raas Gugsa Walee

#RAAS_GUGSAA_WALEE
~~~~~~~~~~~~~~~~
Hirmaannaan Angoo tan Oromoon walloo Bara dhibbaaf Mootummaa Habashaa keessatti qabdu Raas Gugsaa Waleerratti Citte Raas Gugsaa walee ilma obboleessa Xaayituu Bitulitu dhalche. Nafxanyoonni gaafa Minilik du'een beekkamu bakka isaa bu'uuf Wal dorggommii fi Morkii cimaa godhaa Waan jiraniif Xaayituun ilma obboleessa isii kan Gondar bulchaa ture Raas Gugsaa Walee Fiddee Angoorratti baasuuf yeroo yaaltu Nafxanyoonni Maqaan Gugsaa je'u kun Biyya bulchuuf hin gahu jachuun Maqaa isaa Irraa jijjiiranii Maqaa Tafarii ja'uun Bara 1921 muudan . Garuu Harre-sillaaseen (Haylesillaaseen) akkamitti dhalli Oromoo isin bulcha jechuun olola Oofee nafaxanyootaa fi Zawdituu of moggatti Hiriirse. Achi booda Haylasillaseen waraana Dajjaazmaach Mulugeetaa Raas Gugsatti erguudhaan Raas
Gugsaa walee ajjeesee angoo qabate.
/By miky sultan

No comments:

Post a Comment

mootittii saba'a Queen of sheba

"Mootittii Saba'a""Queen sheba" ----------------------------------------------------------------- ★Miky Sultan Bar...