Translate

Tuesday, January 3, 2023

#Abbaa _#jiffaar

𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐟𝐚𝐚𝐫 𝐈𝐈

➊. Maqaan Isaanii Muhammad bin Daawud Jedhama.

➋. Nama Gaafa Ummanni Oromoo Dukkana Keessa Ture Mootummoota Addunyaatiin Wal Barsiise.

➌. Dhiira Dachii Biyya Isaa Bira Dabree Dachii Arabootaa Irratti Mana Rabbii Ijaarsise.

➍. Goota Itoophiyaa Keessatti Oromoon Mootummaa Ta’uu Akka Danda’u Barsiise.

➎. Nama Seenaa Oromoo Fi Islaamaa Keessatti Faana Dhiifatee Deeme.

➏. Mootii Qaroominaan Beekkamu. Gaafa Mootonni Habashaa Miila Qullaa Yaatu, Nama Silipperii Hojjachiise.

➐. Mootii Gaafa Ummanni Oromoo Lafarraa Duguugama Turetti, Haadha Manaa Hedduu Fuudhuun Karaa Ittiin Revive Godhan Barsiise.

➑. Mootii Jireenya Ummata Isaatii Fi Biyya Isaa Jijjiire.

No comments:

Post a Comment

Itu Chercher Oromo

#⚔️🔥 የጨርጨር ኢቱ ኦሮሞ የምኒልክ ወረራን የተቃወሙበት ታሪክ 🔥⚔️ "maqaan baduu manna Mataan baduu wayya" Yaayyaa Ali sire 🛡️ ያያ አሊ ሲሬ — የኢቱ ጀግና በ1...