Translate

Thursday, February 11, 2021

#የጁ_#ወረ ሴህ/# worseh

"የጁ ምድር
by miky sultan.
በ ሰሜን ኢትዮጵያ ውስጥ ከሚገኙ ኦሮሞ  አንዱ የ የጁ ኦሮሞ ነው።
በ 13ኛው ክፍለ ዘመን በፊት በተፃፈው ታሪክ  ይመሰክራል ፡
እንደ ታሪክ ፃፈው የየጁ ኦሮሞ  ከ ቦቆጂ ከምባሉ ጎሳዎች እንደሆነ  ምን አልበት፣ የ የጁ ኦሮሞ የ ሙስሊሞች የ ወረ ሴህ( ሼህ) ነገድ ይሆናሉ። ።በመጀመሪያ ከ ቦቆጂ ጎሳዎች  የመጀመሪያዎቹ ,ቁንቢ,መርሶ,ሸካ,አባ ድምበር መልዬ, ገመዳና እልማን ኦሮሞ ተብሎ መጣራተቸውን ይነገራል።ቁንቢ መቻሬ በምትባል አሁን በስተ ምስራቅ  ወልደያ የምትገኝ  ይኖሩ ነበር ። አባ ድምበር  መሊዬ ደግሞ ጉባላፍቶ ላይ ይኖሩ ነበር ።የ የጁ ኦሮሞ የዘር ሀረገቸው ወደ ኀለ ሥቆጥሩ "ገመ ገሊ"(Gamaa gali) ወደ ምባል የሰገባሉ።የጁ በአራት ጎሳዎች ይከፈላል እነሱም :-ወራ ዶረን ቦጁ, ወራ ሩፎ ሮባ,ወራ ካሎ,ወራ ኡጊ በመባል ይጠራሉ ።
በ የጁ ሰዶማ አባቶች የ ዘር ጎሳዎቻቸውን ስቆጥሩ ወደ ካራዩ ያስገበሉ።እንዲህ ብሎ ነው የምቆጥሩት። ብዳሩ  ሀዴ ካራዩ ነጎ ኣመ ላፍቶ ገመ ገልቴ። ብሎ ዘራቸውን ያስወቀሉ።

#ዶባዓ ጎሳ/ ራያ

ዶባዓ ጎሳዎች
ዶባዎች በ ምዓራብ ሀርርጌና በ ወሎናራያ አከባቢ በበዛት ሰፍሮ የምገኙ የኦሮሞ ጎሰሰዎች ናቸው። ለምሳሌ በ ሀረርጌ ዶባዓ የምባል ወረዳ አለ፣ህዝቡም  በዶባነተቸው የምኮሩ የጀግኖች ዘር ናቸው።ኣኖሌ ጦርነት ላይ ከዶባ የተወለዱ እንደነ ያያ አሊ ስሬ፣ብዙዎች ጦርነቱን ተሳትፎ የተሰውበት የጀግና መንደርና የጀግና ግኝት ጎሳ ነው።
"Maqaan baduu mannaa mataan baduu wayya " ስም ከምጠፋ ህዬት መጠፋት ይሻላል ያሉት የዶባዓ ልጆች ናቸው።
ሰፈ ባለ መልኩ በቅርብ ቀን።

#ወሎና ራያ/ #wollo/ # wallo

ራያና ወሎ  ምን እና ምን ናቸው?
ራያ የወሎ ልጅ አይደለም።
ራያ የባሬንቱ ልጅ ነው።
Miky sultan Worsheh( barento)
*********-**********-
ባሬንቱ 7 ልጆች አሉት እነሱም:
ከረዩ፣አርሲ፣ ኢቱ፣ሁንበና፣ራያ፣የጁ፣አኪቹ ናቸው።
.
ወሎ ደግሞ የ ባሬንቱ ቅርንጫፍ ሁኖ የካራዩ ልጅ ነው። ወሎ 7 ልጆች አሉት እነሱም። ወረ ኢሉ፣ ወረ ሂበኖ፣ለገ አምቦ፣ለገ ጎረ፣ወረ ኖሌ አሊ፣ ወረ ቃሉ ፣ወረ ባቦ፣ የምባሉ ልጆች አሉት።

ስለዚህ ራያ የባሬንቱ ልጅ ነው እንጂ የወሎ ልጅ አይደለም። ወሎ 7 ልጆች ውስጥ ራያና የጁ የሉም። ራያና የጁ የባሬንቶ ልጆች ናቸው።
የካራዩ ፣የ ኢቱ፣ሁንበና፣የጁ፣አርሲ ወንድሞች።
ራያ ልክ እንደ ወሎ በሰሜን ኢትዬጵያ ሰፊውን ሜዳ መሬት ይዞ የምቀመጥ ነው።
ወሎ ውስጥ  ቱለማና መጫ ኦሮሞ ጎሳዎች አሉ። እንደነ ገላን፣ እንደነ ቦረና።
ራያ ወደ 8 ትልልቅ የጎሳ ንዑስና ፣ 15 ታነናሽ የጎሳ ቅርንጫፎች አሉት ።
የጁም የባሬንቱ ልጅ ነው።
የጁ አፍረን ( 4) የጁ ተብሎ ይጠረሉ።
የጁ በአራት ጎሳዎች ይከፈላል እነሱም :-ወራ ዶረን ቦጁ, ወራ ሩፎ ሮባ,ወራ ካሎ,ወራ ኡጊ በመባል ይጠራሉ ።
ጮሬ የጁ ሰዶማ( 30) ሶዶማ።
በ የጁ ሰዶማ አባቶች የ ዘር ሀረገቸውን ስቆጥሩ ወደ ካራዩ ያስገበሉ።
" የጁ ሰዶማ የዘር ሀረግ አቆጣጠር!!
ዋሬ
 ሀዴ
 ፣ ከረዩ
 ፣ ነጎ
፣ ኣመ
ላፍቶ
 ፣ገመ  
ገልቴ።
--------------------- በ ብዳሩ በኩል ያሉት
ብዳሩ 
ሀዴ 
ከረዩ 
 ነጎ 
 አመ 
ላፍቶ 
 ገመ 
ገልቴ።
በ ሰዶማ ያሉ የዘር ሀረጎች  ቁርቁራ ሞመጂ ወይ ሞመጂ ቁርቅራዎች በ ባቲ ወረ ዋዩ ውስጥም በብዛት  አሉ። ብዙ ቁርቁራ ሞመጂዎች ኣሉ። ሞመጂ የ ኢቱ ጎሳ ነው።

#Hortee_ Baareentummaa

Walaloo Hortee Bareentumaa!!
☆☆☆☆☆☆☆
Hortee Bareentumaa
Sab-boontoota walloo
Madda Sab-boonummaa
Raayyaa fi Azaboo
Qobboof warra Yejjuu
Ilmaan Abbaa waaxoo
Iluuf warra Hebanoo
Yaa gootoota walloo
Baabboof wayyuu
Ilmaan dhiiga tokkoo
Gabrummaa buqaasaa
Itti fufaa qabsoo!!2

Walloo biyya gootaa
Biyya gootowwaanii
Jaalattoota haqaa
Jaallawwaan qaqqaalii
Jaallan hedduu dhabnee
Kan Sabaaf kufanii
Nutti dhiise madaa
Yaadannoon isaanii
Qabsoo itti fufaa
Daandii jaallawwanii
Bilisummaa jennaa
Gumaa dhiiga Saanii
Seenaan haa yaadatuu
Jaallawwan kufanii!!2

Jaallawwan warraaqoo
Kan qabsoof kufanii
Irraaffachuun qabnuu
Jaallewwan kufanii
Dirree gubbaa Ciisaa
Lafeen jaallawwanii
Warra Ofii kufee
Xurree nuuf Saaqanii
Warra dhiiga Saaniin
Qabsicha jaaranii
Yoomuu hin dagannuu
Galata isaanii!!2

Maqaa Saanii kaafnaa
Haa yaadannuu Saanii
Jaal M/d dirree(Goota babbaas)
Hiddee Liibantichaa
Sab-boontoota Sabaa
Urjii lola keessaa
Jaal Abduu Idiris
Jaal Yuusuf M/d
Jaal Adamii Leencaa
Jaalattoota Sabaa
Burqaa Sab-boontootaa
Jaal Umar Hiddiyyee
Jaal Sayyoo Aliyyee
Qabsoo Sabaaf jecha
Goota baay'ee dhabnee
Jaal Adamii maammaa
Jaal Huuseen Sooressaa
Gumaa dhiiga Saanii
Bilisummaan baasaa
Jaal Ahmad Siraajuu
Jaal Hiddee Adamee
Jaal Huusanee Idris
Isaan kufan malee
Qabsoon hin dhaabbannee
Jaal Idiris Abduu
Jaal Badhaasoo Idiris
Warra lolee kufee
Qabsoo Saba Saaniif
Jaal mahammad Abdoo
Jaal Ahimad Idiris
Seenaan haa yaadatuu
Jaallawwan kufanii
Jaal Aluwwaa Ussoo
Jaal Huuseen Fantaa'ee
Jaallan kana Cufa
Qabsoof jecha dhabnee
Jaal Idirs mahammad
Jaal Abduu Hiddee
Jabaadhaa Saba koo
Qabsoof jecha dhabnee
Itti fufaa qabsoo
Akka hin dhaabbannee
Jaal Adam Idiris
Jaal Sayyoo Alii
 Warraaqxoota haqaa
Gootowwan qaqqaalii
Bilbilaatii jiraa
Daandiin gootowwanii
Sab-boontoota walloo
Haa yaadannuu Saanii
Yoomuu hin dagatuu
Galmeen Saba Saanii!!2

Gootowwan walloodhaa
Hedduu isaan dhabnee
Kaanis galmeef dhiifnee
Kaanis fakkiif kaafnee
Dhaamsa Sab-bootootaa
Akka hin dagannee
Irbicha diiginaa
Eegaa nuti kufnee
Qabsoo itti fufaa
Akka hin dhaabbannee
Eegaa maal Abbaasaa
Qabsoof jecha dhabnee
Aadaa du'aa taanaan
Qonnee wal-Awwaallee
Murticha diiginaa
Eegaa nu dabarree
Jechuun dhaammatanii
Warri qabsoof dhabnee!!2

Dhaamsa gootowwanii
Sinitti dhaammannee
Imaanaa jaallewwan
Akka hin dagannee
Sab-boontoota walloo
Jaallan hidduu dhanee
Qabsoo itti fufaa

Sunday, February 7, 2021

# አፄ ቴውድሮስ# ጎንደር ኃውልት

ጎንደር ያለው የአፄ #ቴዎድሮስ ኃውልት ይገርመኛል! አፄው ጎንደር ላይ ከፈጸሙት ጭካኔ አንፃር ከተማዋ ለምን እንደምታገናቸው አይገባኝም! በጎንደር ካደረሱት ጭፍጨፋ የተነሣ ውሾች እንኳ የሰው ሥጋ መብላት ለምደው እንደነበር ተጽፏል። 😱
.
#ፌክኢትዮጵያኒስቱ የሚያንቆላጵሳቸው #ቴዎድሮስ ደም የተጠናወታቸው አረመኔ ገዢ እንደነበሩ ሊያሳይ ከቻለ  እስቲ «ኪነት ያገነነው አፄ» ከተሰኘው መጽሐፍ ካገኘሁት ሁለቱን ልጥቀስ... አፄው ጎንደርን እንዲህ ነበር ያደረጓት👇
.
.
«ክረምቱ ሁሉ ወታደሩ በመከራ ከረመ፤ የሚቃጠልም ሲያቃጥሉ፣ የሚደበደብም ሲደበደብ ከረመ። በዚያው ጊዜ ውሾች ሰው አላሳልፍም እያሉ እንደዱር አውሬ ሁነው ነበር፤ የሰው ሥጋና የከብት ሥጋ ለምደው።» 
.
ሉዊጂ ፉሲላ | ያጤ ቴዎድሮስ ታሪክ | ገጽ 40
.
.
«የጎንደር ሲራራ ነጋዴዎች የሚስቶቻቸውን እና በእጃቸው የሚገኘውን ወርቅ እንዲሰጧቸው አዘዙ። ወርቁን ካሰረከቡ በኋላ እጅና እግራቸውን ታስረው በአንድ ቤት ውስጥ ታጉረው በእሳት እንዲቃጠሉ አደረጉ። በአጠቃላይ ጎንደር ከተማን በእሳት አወደሟት። አፄ ቴዎድሮስን በደማቅ ሁኔታ ለመቀበል ወጥተው የተሠለፉት እንኳን አልቀሩም። ሁሉም ቤቱ እየተዘጋበት በእሳት እንዲቃጠል አድርገው ከተማይቱን አወደሙ። በእሳት በጋየችው ከተማ ፍርስራሽ አመድ ላይ የነገሠው የሙት መንፈስ ብቻ ነበር።» 
.
ፊሊፒ ማርሲዲን፤ ገጽ 313
.
የአካባቢው ኤሊት «ያጎነበሰው ነፍጥ ዘቅዛቂ ሽማግሌ ስድብ ነው» ብሎ ያስነሣ መሆኑን ስታስታውስ ነው የቴዎድሮስ ፍቅር  እና ኃውልት ግራ የሚገባህ! #Ironic ይላል ፈረንጅ ☺️

Saturday, February 6, 2021

#Argamsa ummata africa eessa?

 ARGAMIISSI UMMATA ADUUNYAA EESSA?

eerga dhumiisa ummata nabi nuuh jalqaba adunya irratti iddoon nami jiraachaa ture  Aardii Eshiyaati. Lammaffaa Afrikaadha,Achi booda Awurophaadha, dhumiisa irratti irratti Ameerikaadha.  Ummanni indoo ameerikaa jedhaman jaarraa kam keessa akka amerikaa seenan hin beekamu garuu ummanni adiin kan ameerikatti seenan  bara 370 as ture.

Aadamii hawaan iddoo Aden jedhamtu  Aardii amma yaman jedhamtee yaamamtu  jannata jidduu taa,aa turan,naannoo kun  dhiha eshiyaa laga efraxis irraa fagoo hin turre. Jannata keessaa balleessaa ajajaa seeyxanaan  uumaan hin balleesinaa jedhamaniin balleessaniin jannata keessaa bayani.

addunyaa guddoo tana irra jalqaba Adamii hawa qofatu ture. San booda  ilmoo horaa baayyachaa dhufanii naannoo laga ifraxis huunda iddoo jireenyaa godhatan.

achi booda gandoota,magaaloota addaa addaa godhachaa akkuma bayyachaa dhufaniin babalifachuu eegalani. San booda Akkuma baayyachaa dhufaniin rabbii tokkoon amanuu dhiisanii Amantii addaa addaa hordofuu jalqabani. Saniif namoota rabbiin ajajamuu didaniif ummata fuldura dhufuuf seenaa irraa baratan isaan kanaaf qixaata  godhee  ilmaan Nabi Nuh qofa hanbisee kaan baleesse.

San booda nabi nuh badiinsa kana rabbiin waan dursee itti himee jiruuf  dursee beeka ture. Achumaan nabi nuh Markaba guddaa tolche ijoollee isaatif bineensota lafa irra jira huunda lama lama dhiiraaf dhalaa godhuun marka irratti fe,e.san boona roobni guddaan Aardii lafaa tana huunda guutu roobee lafa huunda guutee waan lafa irra jiru balleesse.akkana ta,ee uuman namaa huundi badee ijoolleen warra tokkoo qofatti hafee isaanis ijoollee nabi nuh qofattu hafe. Kun kan tahe uumama lafaa baroota jidduu galaan booda.

Ummanni badiinsa bishaaniin dura turan Antideloviyan jedhamu turani. Ummanni badiinsa balaa bishaanitin dura lafa eshiya irra iddoo tokko tokko malee Africa,Awuropha, Amerikaa keessa namni hin jiru ture.

# Goota oromoo walloo Dawwee

 𝑶𝒃𝒃𝒐 𝑨𝒉𝒎𝒆𝒅

𝑰𝒏𝒅𝒊𝒓𝒊𝒔

𝑨𝒉𝒂𝒎𝒂𝒅𝒆𝒆 jedhamu kaaba oromiyaa goodina Addaa

saba Oromoo jiraataa Aanaa Dawwee harawaati gootni kun

Amma lubbuun jiru umriinsaa Amma waggaa 83 gaheera

qabsoo saba Oromoo bal'aa keessatti gahee guddaa qabu

Ergamtoota nafxanyoota dura dhabbachuun 1950moota irra

kaase nama aarsaa lubbuu kaffalaa tureedha 1954_1955

Bulchiinsa Yeroo sana Naannicha inni jiraatu ture

# Maamiree_Damisee kan jedhamtuun sababa Oromummaa fi

gootummaa inni qabu irraan kan ka'e wal dhabeenii

# Eeshumaa isaadhaa # Umar_faaris jedhamuu waliin bosona

seenee mootummaa nafxanyoota kokkee qabee jarri nafxanyaa

sodaatanii nama itti erganii kadhachisanii Araarfatan yeroo inni

araaramne jedhe gale Araaraa dagun gananii tola waa fudhattu

jechuun sobanii yaamun yeroo dhaqetti Akkuma gootota

Oromoo kanneen biroo qabanii hidhatti darbatan.

Walloo qabanii gaafa Finfinnee geessan gootonni Oromoo

yeroo sana nafxanyaaf Ajajamni Oromoo irratti shira dalagu

didani Oromoon dhugaa qaba jedhanii dura dhaabbatanii

falman kanneen Akka "J/Taddasaa Birruu K/Alamuu

qixxeessaa Mammoo mazammir mokonnon wasanuu seefuu

mokonnon daadhii Fayisaa Tasfayee dagaagaa" fa'aa waliin

Haylesillaaseen Ahmed indiris mana hidhaa makkalaawitti

hidheenii ture. Wanti nama ajaa'ibu Gootonni kun bakka

garaagaara taa'anii warra quba wal qabanii fi kayyoo tokkoof

warra qabsaawaantu mana hidhaa tokkotti wal gahan. Yeroo

sanatti Walloo taa'anii akkamitti quba wal qabaniin gaaffii

guddadhaa Oromoon bakka fedhees jiraatu kayyoo fi akeeka

tokkicha wal fakkaata akka qabu namatti mul'isa.

Yeroo Oromoon baratee naman wal qixxaatu qaba afaan

Oromoo baafna jedhanii gootonni Oromoo qabsoo hidhannoo

geggeessuuf bosona seenan Obbo Ahmed indirs Walloo

gootota bosona seenan keessa isa tokko ture Booddessaa

Obbo Ahmed indirs hidhamuun Akkuma Qabsaawota Oromoo

kanneen biroo murtiin du'aa Mooticha Hayilasilaseetin itti

murtaa'ee ture garuu lubbuu isaa Rabbiin baasee gara booddee

du'a irra gara umrii guututti jijjiiramee.

Obbo Ahmed indiris yeroo Maammoo mazamir nu biraa maqaa

yaamani ajjeesaan wan goonu wallaalee J/Taddasaa Birruu fi

qabsaawota kanneen biroo waliin boonye dhiifnee jedhan

"Gootichi Maammoo mazammir gootummaan dhiigni kiyya

dhiiga cunqurfamtoota ilmaan Oromoo kabachiisuuf

dhangala'e malee dhiiga gatii malee jigee hafee miti Oromoon

dhiga kiyya fi qabsaawota ana booddee du'aniin dhiiga ilmaan

isaan mirga isaa ni kabachiifata jechuun gootummaan

Oromoof of kenne harka isaa hidhanii yeroo nu biraa fudhanii

deemanii Ajjeesan wan of goonu dhabne jedhan Obbo Ahmed

indiris" osoo taddasaa waliin kan maammoo mazammir nu

gubee teenyee osoo booha jirruu namoota biroo maqaa

yaamun itti fufee ilmaan Oromoo jumlaan baay'ee Ajjeesan

jedhan.

Seena kana yeroo himu obbo Ahmed imimmaan ija guuta

garaa nama raasaa wantan Ani Taddasaa ittin yaadadhu "J/

Taddasaan Oromoo baay'ee jaalataa ijoollee Walloo naaf

fuudhi mee jedhe natti dubbata Ammallee nuti Oromoon

Itiyoophiyaa keesatti cunqursaa nurra gaha jiru cunqursaa

Afrikaa kibbaa keesatti ummata gurraacha irra gahaa jiru irra ni

hammata jedhe dubbachaa turee jedhan" gaafan seenaa isaa

kana yaadadhu garaa koottun na waadama jedhan. J/

Taddasaa fi Maammoo mazammir gatiin Oromoo kaffalan

guddadhaa keessuma Afaan ofiin Oromoon akka baratu qabu

barsiisu keessatti yoomiyyuu ni yaadatama Afaan Oromoo

baafna jedha. Mootummaan nafxanyaa kana gaafa dhaga'e

banne jedhe gocha suukanneessa qabsaawota Oromoo irratti

raawwate har'as Nafxanyaan Oromoon baratee akka angoo

qabatee biyya kana bulchu hin fedhanii Oromoon barannan

banne jedhanii yaadu jedhan Obbo Ahmed Indiris.

Maatii Qabsaawota ani waliin hidhamee sani osoon arge

akkan wan isaan Argettin gammadaa jedhan.









Guyyaa seenaa oromoonni walloo oromummaaf lafa isaanii irratti wareegamanii wareegan.

Guyyichi Ebla/Maajii/3/2011 A.L.A

☆Guyyaa Qeerroon Dawwee Diina Addaan Dhaabe

☆Guyyaa Sanyiin Hasan Rashiidee Shiftaa nafxanyaa Akka

Harreetti Ofdura Ariitee Likkitti Galchite

☆Guyyaa Qeerroon Hasan Ammee Zarraf Kaarriphoo Gubbaa

Kululfattee Diina Mataan Dhaabde

☆Guyyaa Gootootni Baddaa Walloo Diinatti Karaa Cufan

☆Goyyaa oromoon walloo tokkummaan duulee injifate.

☆Guyyaa Liyyuu haylii nafxayaa miila  Qullaa Qawwee Darbee Dawwee Keessa Fiige

☆Guyyaa Miidiyaan Walloo Qeerroo Walloo Hamilfachiise

☆Guyyaa Gootootni Dawaa Caffaa Qurquraa Abbaa Aliyyuutti

Qabdee Daaraa Gootu

☆Guyyaa Gootni Kululfatee Gantuun Riphitte

☆Guyyaa Reeffi Naafxenyaa Akka Agadaa Tahe

Seenaa tana hin irranfannu yoomuu.

"NAMATTU SEENAA DAGATA MALEE SEENAAN NAMA HIN

DAGATU"

mootittii saba'a Queen of sheba

"Mootittii Saba'a""Queen sheba" ----------------------------------------------------------------- ★Miky Sultan Bar...